About Xahaaraa fi Salaata
Salaanni utubaa islaamaati. Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama. kanuma sababeeffachuun App kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal’inaan dhiheessinee jirra. App'n kun Afaan keenya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baay'ee faayyada.
Similar Apps
ራያ አባ መጫ Amharic
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
Ethiopian Menzuma and Nasheed
በዚህ መተግበሪያ ውስጥ የአማርኛ መንዙማ እና ነሺዳ በከፍተኛ ጥራት የቀረበ ነው። ምርጥ፣...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...