About Oromo Islamic Book
Moosaajin kun Kitaabban Afaan Oromootin Amantii islaamaa Nama barsiisan fi hubachiisan hedduu kan of keessatti qabateedha. Namni fedhii dubbisuu qabu kamuu Download godhee itti faayyadamuu ni danda'a.
Kitaabota Moosajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
● Aqiidaa Tee Qabadhu
● Azkaarii Hisnul Muslim
● Barnoota Salaataa
● Barnoota Dubartii Muslimaatif
● Aqiidaa Ahlusunnah Wal Jamaa'aa
● Ergaa Tokko Qofa!
● Hundee Afran
● Zakaa fi Soomana
● Seera Hajjii fi Umraa
● Qeesichaa fi Sheekicha
● Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa
Kanneen malee Kitaabonni birootis keessatti ni argamu.. isiniis kitaabota Moosaajii kana irratti nuuf haa dabalamuu jettan Karaa teessoo keenyatiin nuun gahuu dandeessu.
Kitaaboota kana kan walitti qabee bifa kanaan qopheesse obboleessa keessan abdulwasi dha. Barreessitoonni kitaabaa hundi Galata qabu. Rabbiin Mindaa keessan isiniif haa deebisuu Jazakamullaahu Keyran
Similar Apps
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...
Sheik Muhammad Rashaad Abdulle
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
Kamaal Heebboo Nasheed
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...