About Akkaataa Salaata Nabiyyii
Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe.
Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase.
Similar Apps
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Abdurahman Husen - Oromo Islam
Nashiidaalee Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Qunnamtii Interniitaa malee kan hojjatu. Gad buufadhaa Dhaamsa...
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo' is equivalent to Riddle in English, almost. Hiibboo or Riddle is...
Sheik Muhammad Rashaad Abdulle
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...