Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa, Fuudha fii Heerumni waan Rabbiin karaa godhe. Sunnaa Anbiyootaati. Halaalaan waliti dhufanii wajjiin jiraachuun Ilmaan namaa adunyaa tanarratti akka heddumataanii fii akka gosaa fii abbaan namni wal beekaa jiraatu godha.
Namni tokko intala hin beeyne takkaan walitti dhufee Rabbiin jaalala jidduutti darbee ilmaan horanii haadha abaluu fii abbaa abaluu tahan. Hoggaa sunnaan walitti dhufan daran barakaa argatan.
Amantiin Islaamaa amantii guutuudha. Waan irraa hin dubbatinii fii itti nama hin qajeelchin hin qabdu. Namni tokko fuudhee Jaartii Isatti yoo seenuu fedhe maal akka godhuu qabu ibsitee lafa keeysee jirti. Adaba Guyyaa Cidhaa irraa. Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
Created with AppPage.net
Similar Apps - visible in preview.