About Guyyaa Qiyaamaa
Guyyaa Qiyaamaa jechuun Guyyaa namoonni du’an hundi awwaalcha isaanii keessaa kaafamuun murtiif Rabbiin fuunduratti dhiyaataniidha. Guyyaa sirnii samii fi dachii itti jijjiramuudha.
Moosaajiin bilbila harkaa Guyyaa Qiyaamaa jedhamu kun haala adda taheen kan nama hubachiisuufi Yaadota sobaa warreen guyyaan kana kijibsiisanii kan saaxiluudha. Akkasuma mallattooleen guyyaa qiyaamaa xixiqqaa irraa hanga gurguddaatti bal'inaan ibsamee jira. Falmii Warra ibiddaafi haala muslimootaas ni dabalata.
Similar Apps
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Sheik Muhammad Rashaad Abdulle
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Akkaataa Salaata Nabiyyii
Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa...