About Hiibboo Deebii Waliin
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Similar Apps
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
ራያ አባ መጫ Amharic
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
Kamaal Heebboo Nasheed
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...
Abdurahman Husen - Oromo Islam
Nashiidaalee Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Qunnamtii Interniitaa malee kan hojjatu. Gad buufadhaa Dhaamsa...