Application bilbila harkaa Mana Islaamaa jedhamu kana keessatti gorsaafi barumsa amantii islaamaa adda addaatu bifa sagaleetin dhiyaate. Akkaataa Salaataa, Bultii Islaamaa fi Hiikkaa Qur'aanaa dabalatee kanneen biroo hedduu of keessaa ni qaba. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisu isin haa taasisuu.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
Nashiidaalee Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Qunnamtii Interniitaa malee kan hojjatu. Gad buufadhaa Dhaamsa...
Dubbiitu dubbii fidaa Mammaaksi dubbii fixa! Mammaaksa Afaan Oromoo 350 ol tahan...
Created with AppPage.net
Similar Apps - visible in preview.