AppPage.net

Screenshots

  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 1
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 2
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 3
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 4
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 5
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 6
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 7
  • Seenaa Iisaa (Iyyasus) screenshot 8

About Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.

Alternatives to Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Looking for apps like Seenaa Iisaa (Iyyasus)? Here are 6 similar Android apps on Google Play. The highest rated is Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3 (4.9/5), and all 6 are free to download.

Seenaa Iisaa (Iyyasus) vs. alternatives
App Rating Price Installs Last updated Compare
Seenaa Iisaa (Iyyasus) – Free 50,000+ Jan 18, 2025
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3 4.9 / 5 Free 500,000+ Sep 9, 2026 Compare
Kamaal Heebboo Nasheed – Free 100,000+ Feb 8, 2025 Compare
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 4.7 / 5 Free 100,000+ Jan 24, 2025 Compare
ራያ አባ መጫ Amharic – Free 100,000+ Mar 3, 2025 Compare
Abdurahman Husen - Oromo Islam 4.5 / 5 Free 100,000+ – Compare
Mammaaksa Oromoo 350 – Free 50,000+ Feb 17, 2025 Compare

Compare Seenaa Iisaa (Iyyasus) with the top alternatives: ratings, updates, ASO score and keyword gaps →

Similar apps on Google Play