About Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi
Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.
Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba. Rabbiin keenna seenaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Qur’aana keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf”. Kun bu’aa seenaan qabuudha. Kanaafuu muslima irraatti seenaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama
Similar Apps
Ethiopian Menzuma and Nasheed
በዚህ መተግበሪያ ውስጥ የአማርኛ መንዙማ እና ነሺዳ በከፍተኛ ጥራት የቀረበ ነው። ምርጥ፣...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
ራያ አባ መጫ Amharic
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...
Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi
Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba....