About Oromummaafi Islaamummaa
Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay’ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta’ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuchuufi dhugaa isaan jallisan qajeelchu gaafata. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.
Similar Apps
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...
Sheik Muhammad Rashaad Abdulle
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
Kamaal Heebboo Nasheed
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...
Akkaataa Salaata Nabiyyii
Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa...