About Kaayyoo Hajjii
Application kaayyoo hajjii jedhamu kuni irra filatamaa waayee hikmaa hajjii keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Rabbiin kan qopheesseefii kan hiike isaan lameenuu irraa haa jaalatu, jannataanis galata haa galchuuf. Akkasumas gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keenya bira gayu goonee jirra. Rabbiin nurraa haa qeebaluu. Ummata keenyaa hundaan keessaattu dargaggootaafii barattootaan barumsa Kaayyoo Hajjii kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan jirru jaarraa beekkomsaa, saayinsiifii teeknoloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jjajjabaattan isiniin jenna.
Similar Apps
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
Kamaal Heebboo Nasheed
Nashiidaalee Afaan Oromoo kan Ustaaz Kamaal Heebboo bifa ammayyaawaafi qulqullina bareedaan qophaaye.-...
ራያ አባ መጫ Amharic
ምርጥ እስላማዊ ነሺዳ በኡስታዝ ራያ አባ መጫ የአማርኛ ሲዲ ከ 1-6 ይህንን...
Fataawaa Afaan Oromoo
Gaaffif Deebii Islaamaa (Fataawaa) Mosaajin kun gaaffileefi deebii islaamaa 600 ol of...
Abdurahman Husen - Oromo Islam
Nashiidaalee Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Qunnamtii Interniitaa malee kan hojjatu. Gad buufadhaa Dhaamsa...