About Hadiisa Filatamaa 80
Barnoota buu'uraa kan islaamaa barachuun Muslima hundarratti diqama cimaadha. Kuni ammoo hadiisa nabii s.a.w barachuudhaan taha. Akkasuma App'n kun Afaan keenya kan Oromootin waan dhihaateef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaafuu barattoota keenya haalaan faayyada jenneeti abdii goona. App'n kun Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa sahaabota odeessanii gabaabinaan of keessatti qabatee jira.
Similar Apps
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-3
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'anii♪ Karaan Keetu Caala♪ Islaamummaan Ifa...
Abdurahman Husen - Oromo Islam
Nashiidaalee Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Qunnamtii Interniitaa malee kan hojjatu. Gad buufadhaa Dhaamsa...
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo' is equivalent to Riddle in English, almost. Hiibboo or Riddle is...
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun...
Sheik Muhammad Rashaad Abdulle
Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Kan Sheek Muhammad Rashaad Abdullee tin hiikame. Sagaleedhaan...
የነቢዩ አሰጋገድ ስርዓት
የነቢዩ ሶላት አሰጋገድ ስርዓት፣ ይህችህ አጠር ያለች ጽሑፍ የነቢዩ (ሰዐወ) ሰላት ስረዓት...