About Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse)
App'n kun waa'ee sirna qulqulleessa mana kiristaanna ortodooksii tawahidoo jalqabaa kaasse hangaa xumuraa rawwii sirna qulqulleessatti kan of keessa qabu waan ta'eef, namni kamiyyuu app kana fayyadamuun sirni qiddaassee maal akka ta'ee; maal jechuun akka galateeffattan akkasumas sirni kun jalqabaa isaa eenyuun egallee, essaatti egallee kan jedhu kanneen biro hedduu waan of keessa qabuuf baay'ee isin fayyadaa jechuun kan qopheessinedha. Isiniis yeroo itti fayyadamtaan rakkoo kamiyyuu yoo isiin mudaate nuf barreessuu hin dagattina.
Similar Apps
Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa
This Android app is designed to help and support students and teachers...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Herrega Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...