Back to Top
Kuusaa Walaloo Screenshot 0
Kuusaa Walaloo Screenshot 1
Kuusaa Walaloo Screenshot 2
Kuusaa Walaloo Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Kuusaa Walaloo

Nagaan isiniif haa ta'u! App'n kun walaloo bakka adda adaafi yeroo adda addaatti namootni adda addaa kan isaan gad lakkisaan yeroo baay'eef walitti qabuun dhumaa irrattis walaloo namoota kana hundaa bakka tokkootti fidun android app kana taasisun uumuu dandeenyerraa. Walaloon kun hundiis social media kanneen akka facebook, google, telegram, whatsapp fi k.k.f irraa waliitti qabaman. Isiin immoo kan isaan baraafi yeroo adda addaatti walalaan kan bifa salphaa ta'een argachuuf app kana waan itti fayyadamtaniif galanni keenya guddaadha. Nuuf jiraadha!
Wallumaa galatti mataa dureewwan walaloon app kana keessatti galaan
Waan dhugaa jaalattuufi, Qilee haa buutu dharri ,
Guyyaa abaaramtuu , Sakaallaa kutuuf utaali,
Hawweeraa, Nan dubbadha, Ibiddatu gaara qabe,
Na hin gaafatiin, Hireekoo, Cagginoo, Nama dhugaaf bahe,
Leenca, Keessummaa dukkanaa, Wal malee maal dhabne,
Coqorsa karaarraa, Naaf hin gaddiinaa, Miiltoo jiruu kootii,
Kan sodaatan sodaadha, Gandaan of hin waamnu, Gaanfuree haadha manaakoo,
Ofta'uu, Si komadhe finfinnee, Goota dhugaaf dhaabbatu, Maalan hafe,
Madaa mogolee, Filannoo, Irbuu gootaa, Aartii, Yeroo, Jooraakoo,
Dur barii lafaa, Gubaan gubaa fida, Galma dhalootaa, Qalbeeffadhu,
Gaara dhugaan tuulame, Bara dhugaan badde, Ujuba warra keenyaa,
Qe'ee keenya durii, Marartee koo, Tur ammaan si balleessaa, Amma dide garaankoo,
Dimimmisaa lafa barii, Harka hin laadhu, Lolaan finfinnee yaase,
Akkam siif ta'u, Ganni rooba qaqawweessee, Dhiisnee shaggarii baanee,
Gaaf-tokko galma geessa, Afaan dhala namaa, Eessa jirta?, Kaatu malee hin taatu,
Aayi yaa bara, Dhaqdhaqqii borxoxxee, Hin gowwoomina, Sobni maa labooba,
Baroodii aggaamii hammaarradhu bisii, Faallummaan kuni Maali,
Abbaa gaarii, Obsii, Ka'aa waal kakkaasa, Bajjii, Gad jedhii, Miiltoo,
Eeggadhu jecha kee, Kaayyoodha, Boru har'a miti, Maalif of hin bartu?,
Dhaabii toli, Seera qaba, Faaya, Haadha, Ushururuu, Hubadhu,
Koo ta'i, Riqicha Jaalala, Dhugaa dhiiga boo'e, Hawwii,
Of haa tokkoomsinu, Mataafi miila, Amma baane gargar,
Sin jaalladha yoomiyyuu, Akka jedhe Haacen, Natti darbattus dhagaa,
Sigigoo lafa tabbaa, Obboleewwan sadiin, Gudunfaa Onnee,
Akka narra hin haafne, Bareeduu Jawar Jawee, Oromummaan dhiiga,
Bareeduu koo, Bara ammaa kana, Rakkoo keessatti, Ciniinnaa ilkaaniin, Boriif darba sanyiin isaa,
Kolfaa na gaggeessi, Zayitii Shukkaaraa, Eenyutu siif falmaa?, Ganama bareedee..., Caalii, fi Hacaaluu, My weakness,
Dhugaan Mo'ataadha, Naaf hin galle, Horroo guduruu, Kottuti na baasi, Yaadan of gollobeen, Yaadan adda cabee, Silaa yaadeen turee, Sobni baay'ateef..., Baadiyyaan Jannata, Har-diidoofi Arba, Siifis barri jira, Baga ittiin sin ga'e, Guyyaa dhalootaa, Koo ta'i, Jaalallee koo____ jirtuf, Tokkummaa, Goota filtee nyaatti, Jaalalli jechaan miti, Maal sin godhe Karrayyuun?, Barumsa, Kaayyoo, Ija tiyya, Yaa Rabbii Haadhakoof..., Barcuma, Lubbuun, Ifaan nama geessa dukkaana sassaaqaa, Geerarsa, Abjuu, Harkaan deemu, Amuruu - Finfinnee, Akkamiinan rafee bula, Gufuu, Galgala ganama, Eebba, Seenaan sin yaadata, Ani investerii miti, Soolanee koo, Jaalalaa, Arhiibuu yaa ramadan, Yaa jaalatoo, Qawwee koo bara ilmi nama hundumtuu na jibbee, Haadha manaa koo, Obsi mee itti dhiisii, Lubbuu waliif kununsinee, Ol qabama mataankee, Si dhabee hin jiraadhu, Jaalalli kee na weeraree, Onnee koo dhiigsitee, Maalfa jette nu tuffataa? fi k.kf

Similar Apps

Extreme Mathematics Grade 11

Extreme Mathematics Grade 11

0.0

This application is designed to help a number of people who want...

Extreme Maths Grade 12

Extreme Maths Grade 12

0.0

This application is designed to help a number of people who want...

Kuusaa Walaloo

Kuusaa Walaloo

0.0

Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...

Galatoofi Barumsa Amantaa

Galatoofi Barumsa Amantaa

0.0

In this android application, all contents are arranged and listed according to...

Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa

Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa

0.0

This app is designed to help students and teachers for teaching and...

Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa

Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa

0.0

This app is designed and created for grade 6th students of Learning...

author
Maruf
Mårůf Kåmål
author
Baay'ee namatti tola galatoomi
obsa busha
author
Galatomi urumi dheradhuu🤙🤙🤙
Obse Yaa Maramiyi Liij
author
Wow its very good 👍❤❤❤❤
YOOBSAN ARGUU
author
Baay’een jaaladhe, kana caalaa fooyyessuuf yaalaa...!
Makonnin Abbaa Seenaa
author
Jabbadhuu
Robsan