About Ogartiwwaan Kutaa 7ffaa
App'n kun og-artii kutaa 7ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hubannoo artistawa
Dandeettii KalaqaOg-Aartiiwwanii .
Aadaafi Seenaa
Hawwannaa Og-Aartiiwwaanii
Hojiirra Oolmaa Og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Kuusaa Walaloo
Nagaan isiniif haa ta'u! App'n kun walaloo bakka adda adaafi yeroo adda...
Afaan oromoo Kutaa 12ffaa
In this application, you will get all the contents of the Afaan...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Kitaaba Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Kitaaba Herrega Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...
Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kan kitaaba hawaasaa keessatti barataan hundaa waan of keessa...