About Ogartiiwwan Kutaa 5ffaa
App'n kun Og-artiiwwan kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hubannoo artistawaa
Dandeettii kalaqaa
Aadaafi seena
Hawwannaa og-aartiiwwanii
Hojiirra oolmaa og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
Saayinsii Walii galaa Kutaa 8
This app is designed to help the student to learn general science...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Herrega Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Frequently Asked Questions (FAQ)