Back to Top
Barruu Faarfannaa Screenshot 0
Barruu Faarfannaa Screenshot 1
Barruu Faarfannaa Screenshot 2
Barruu Faarfannaa Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Barruu Faarfannaa

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda'aan kan isan taasisu gochuun kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.

Similar Apps

Saayinsii Walii galaa Kutaa 8

Saayinsii Walii galaa Kutaa 8

0.0

This app is designed to help the student to learn general science...

Herrega Kutaa 7ffaa

Herrega Kutaa 7ffaa

0.0

App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...

Herrega Kutaa 8ffaa

Herrega Kutaa 8ffaa

0.0

App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...

Extreme Maths Grade 12

Extreme Maths Grade 12

0.0

This application is designed to help a number of people who want...

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

4.2

Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...

Chemistry Grade 11th

Chemistry Grade 11th

0.0

This app is designed for students and teachers. To make teaching and...

author
Sagalee jireenyaa sii dhagechiisuu obbolleessaa keenyaa guddaa isaa galatoomi waan baay'ee irraa eegana.
kora fikadu
author
I'm really surprised.
Abdiwak Abera
author
Really this is beautiful Application
ወ/ማርያም Ye Amanu'el Lij
author
Excellent👏👏👏
Girma Habtamu (Anafsiwak)