About Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa
Sirni Gadaa sirna dimokiraasii walqixxummaa dhalootaan saba Oromoo Baha Afrikaa biratti beekamudha. Yaa'iin Waliigalaa Gadaa muka Gadaa jalatti raawwatama - innis bakka bu'iinsa mallattoo marii fi waliigalteedha. Nuttis kannummaaf kitaaba sirna Gadaa barsiisuu kan kutaa 6ffaa barattootnis ta'ee barsiisaan namni kam iyyuu bakka jiruutti akka inni irraa barachuu danda'uu taasisuuf jechaa app kan qoophessuu dandeenye jira. Isiin itti fayyadamuun app barumsaa waa'ee gadaa beekumsa qabbaadhaan dhamsaa keenya. Galataa argaadha!
Similar Apps
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Herrega Kutaa 5ffaa
App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni...
Chemistry Grade 11th
This app is designed for students and teachers. To make teaching and...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...
Galatoofi Barumsa Amantaa
In this android application, all contents are arranged and listed according to...