Back to Top
Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Screenshot 0
Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Screenshot 1
Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Screenshot 2
Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 10ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.

Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Afaan Akkamitti Jalqabame?
Dhukkuboota Wal-Qunnamtii Saalaatin Darban
Sirna Fuudhaafi Heeruma Oromiyaa Bahaa
Toltuufi Hiree Ishii
Burqaafi Dureettii
Onismoos Nasiib
Faayidaa Bosonaafi Bineensotaa
Garaa Kaasaa
Sirna Gadaa
Guddifachaa
Kunuunsa Qabeenya Uumamaa
Jireenya Baadiyyaafi Magaalaa
Sheek Bakrii Saaphaloo
Afoola Oromoo
Durba Morma Lamaa
Gaabbii
Xalayaa
Barreeffama Odeeffannoo (Wabiitti) Fayyadamuu
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!

Similar Apps

Learn Afaan oromoo

Learn Afaan oromoo

4.3

Hello guys, First of all, I would like to say thank you...

Galatoofi Barumsa Amantaa

Galatoofi Barumsa Amantaa

0.0

In this android application, all contents are arranged and listed according to...

Saayinsii Walii galaa Kutaa 8

Saayinsii Walii galaa Kutaa 8

0.0

This app is designed to help the student to learn general science...

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

4.2

Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...

Herrega Kutaa 8ffaa

Herrega Kutaa 8ffaa

0.0

App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...

Hawaasa Kutaa 8ffaa

Hawaasa Kutaa 8ffaa

0.0

App kana keessatti kan kitaaba hawaasaa keessatti barataan hundaa waan of keessa...