About Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa 2ffaa
App'n kun Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa akk Afaan 2ffaa bifa salphaafi namatti toluun bakka tokkootti waan qinda'eef namni haala salphaa ta'een itti fayyadamuu ni danda'aa. App kana yeroo fayyadamtaan immoo daataa dhimma dhuunfaa keessan kan ilaalatu kan sassabnuu tokkoo illee hin jiru. Kunis immoo App'n bilisaan akka namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin itti fayyadamu ni taasisan jechuun kan qophaa'edha.
App'n kun akkuma kitaaba guddaa sana bifa boqonnaa boqonnaan adda baasun waan qindaa'eeffis namni akka hin rakkanne taasisa.
Gadaa
Gootummaa dubartootaa
Naannoo koo
Seenaa dhuunfaa
Sheekkoo
Nyaataafi dhugaatii qopheessuu
Falmii
Mobaayila
Jechibsoo
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Chemistry Grade 11th
This app is designed for students and teachers. To make teaching and...
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Herrega Kutaa 5ffaa
App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...