App'n kun Kitaaba Hawaasaa kutaa 7ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru haalla salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Amaloota Uumama lafaa
Jijjiirrama Dhala Namaafi Umata Addunyaa
Namaafi Qabeenya Uumamaa
Seenaa Qarooma Addunyaa Bara Duriifi Giddugaleessaa
Seenaa Afrikaa Durii
Seenaa Mootummootaafi Ummattoota Itoophiyaa Bara Duriifi Giddugaleessaa
Dhimmoota Ijoo Addunyaa si’anaa Xiyyeeffannoo Barbaadan
Hiika jechootaa
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
This application is designed to help a number of people who want...
This app is to make students more comfortable carrying their books in...
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Nagaan isiniif haa ta'u! App'n kun walaloo bakka adda adaafi yeroo adda...
App'n kun Kitaaba Hawaasaa kutaa 7ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef...
This app was primarily developed to help and make learning and teaching...
Created with AppPage.net
Similar Apps - visible in preview.