About Afaan Oromoo Kutaa 9ffaa
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 9ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Afaaniifi Faayidaa Isaa
Addooyyee
Meeshaalee Walqunnamtii Ammayyaa .
Barnootaafi Misooma
Faalama Qilleensaa
Nageenya Karaa
Jeneraal Taaddasaa Birruu
Sirna Nyaataa
Miidhaa Ilbiisoonni Qaama Beeyladaarratti Fidan.
Dhiibbaa Eedsiin Misoomarratti Fidu
Ispoortii Aadaa.
Fardaan Gulufuu
Aramaafi Dhukkuba
Bilillee/ Mahibuubaa
Looga Afaan Oromoo
Yeroo Yeroon Qabi
Garaa Walitti Nahe
Xalayaa Barreessuu
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Galatoofi Barumsa Amantaa
In this android application, all contents are arranged and listed according to...
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Extreme Maths Grade 12
This application is designed to help a number of people who want...
Lammummaa Kutaa 8ffaa
Baga nagaan dhuftan! Anaa dhufu isin jenne! App'n kun waa'ee kitaaba lammummaa...