Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e
About Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Argama Itiyoophiyaa
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa
Sirni Gadaa sirna dimokiraasii walqixxummaa dhalootaan saba Oromoo Baha Afrikaa biratti beekamudha....
Saayinsii Walii galaa Kutaa 8
This app is designed to help the student to learn general science...
Gadaa Kutaa 8ffaa
This app was primarily developed to help and make learning and teaching...
Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef...