About Kitaaba Herrega Kutaa 3ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 3ffaa guutu isaa akka salphaafi namatti toluun kan qoopha'e yeroo ta'u, namni kam iyyuu bakkaafi haalla irratti hundaa'un osoo hin dageeffamiin biyya keessas ta'ee biyya alaatti barachuu akka danda'uu kan taasisuudha.
Kana malees namni yeroo hundaa kitaaba baatte deemu irra app kana bilbilaa isaa keessatti batachuun waan baay'ee salphattuus kitaabni harka keenya irra hin bu'u jechuudha.
Waliif qoodun itti fayyadamaa, yoo yaadas ta'ee gaaffi qabdu ta'ee immoo nu dubbisuu hin dagattinnaa.
Similar Apps
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Herrega Kutaa 5ffaa
App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni...
Chemistry Grade 11th
This app is designed for students and teachers. To make teaching and...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...
Galatoofi Barumsa Amantaa
In this android application, all contents are arranged and listed according to...