Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa
Learn Afaan oromoo easy to advanced specifically design for second languages
About Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa
App'n kun Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa akk Afaan 2ffaa bifa salphaafi namatti toluun bakka tokkootti waan qinda'eef namni haala salphaa ta'een itti fayyadamuu ni danda'aa. App kana yeroo fayyadamtaan immoo daataa dhimma dhuunfaa keessan kan ilaalatu kan sassabnuu tokkoo illee hin jiru. Kunis immoo App'n bilisaan akka namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin itti fayyadamu ni taasisan jechuun kan qophaa'edha.
App'n kun akkuma kitaaba guddaa sana bifa boqonnaa boqonnaan adda baasun waan qindaa'eeffis namni akka hin rakkanne taasisa.
Nagaa Walgaafachuufi Of-beeksisuu.
Maatii
Galgaleefi Mana barnootaa Ishee
Sheekkoo
Meeshaalee Manaa
Oduu Durii
Halluu
Iddoowwan
Jechibsoo
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!
Similar Apps
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Saayinsii walii galaa kutaa 7
App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna....
Kitaaba Gadaa Kutaa 7ffaa
This application contains all the contents and everything provided in the hardcopy...
Saayinsii Walii galaa Kutaa 8
This app is designed to help the student to learn general science...