About Saayinsii Walii galaa Kutaa 8
This app is designed to help the student to learn general science in grade 8. App'n kun Saayinsii waligalaa kutaa 8ffaa waan ta'eef namni tokko yeroo hundaa kitaaba baate bakka bakkaatti socho'uun waan rakkisuu danda'uuf garuu app yoo fayyadamee bakka fedheetti fayyadamuu ni danda'a jechuun app'n kun qophaa'u danda'ee jira. Isiniis itti fayyadamuun nama bu'aa irra argattu isin haa taasisu yoo gaaffis yaada qabdu ta'e immoo nu dubbisuu hin dagattinna. Waan fayyadamtanniif galanni keenya guddaadha.
Similar Apps
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Chemistry Grade 11th
This app is designed for students and teachers. To make teaching and...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...
Herrega Kutaa 5ffaa
App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...
Frequently Asked Questions (FAQ)