About Faaruu Ortodooksii Tewaahido
App'n kun faarfannaa afaan oromoo hedduu of keessatti qabattee jira. keessumattu faarfannaa kanneen namootni bakke gara garaatti yeroo wallitti qabaman faarfataan hedduu waan ta'eef, kitaaba faarfannaa badhee hin jiruu jechuun yaada'uun kan booda hin jiraattu. Sababni isaas app'n kun yeroo hundaa mobayilii keessan irratti fe'achuun waan isiin wajjiin adeemuf. Inni kan biraan app'n kun offline waan hojjettuf waa'ee network yookiis internet wan isin yaadessu hin jiru. App'n kan fayyadamuun bakka deemtan hundaatti faarfachuuf haala mijaatadha.
Similar Apps
Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa
This Android app is designed to help and support students and teachers...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Herrega Kutaa 7ffaa
App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa...
Herrega Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa...
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
English for Ethiopian Grade 7
This app is to make students more comfortable carrying their books in...