About Kitaaba Herrega Kutaa 8ffaa
App kana keessatti kitaaba herrega kutaa 8ffaa afaan oromoon kan baratamuu hundaa kan keessatti boqonnaa boqonnaan isiniif qinda'ee waan ta'eef bifa baay'ee salphaafi namatti tolun barachuu ni dandeenye. Kitaabni kunis namni akka itti tolutti guddisuufi xiqqeessuun ilaalu kan kan danda'u taasisuun qoophessinerraa. Namni hundii app kana yoo fe'ataan fayyadamaa malee midhaa hin argittaan. Data nutti ol sassabnuus hin jiru. Wantii hundii bilisaan akka isin bira ga'uu taasisne jira.
Waan fayyadamtanniif galanni keenya baay'ee guddaadha.
Similar Apps
Extreme Maths Grade 12
This application is designed to help a number of people who want...
Extreme Mathematics Grade 11
This application is designed to help a number of people who want...
Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa
This app is designed and created for grade 6th students of Learning...
Learn Afaan oromoo
Hello guys, First of all, I would like to say thank you...
Hawaasa Kutaa 7ffaa
App'n kun Kitaaba Hawaasaa kutaa 7ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef...
Kuusaa Walaloo
Peace be upon you! This app has been collecting poems released by...