Back to Top
Utubaa Amantaa Screenshot 0
Utubaa Amantaa Screenshot 1
Utubaa Amantaa Screenshot 2
Utubaa Amantaa Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Utubaa Amantaa

Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• Kitaaboota Kadhaa
• Kitaaboota Barnoota Amantaa
• Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• Faarfannaa garagaraa
• Gaaffilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun " itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa

Similar Apps

Mezgebe Haymanot መዝገበ ሃይማኖት

Mezgebe Haymanot መዝገበ ሃይማኖት

3.2

Mezgebe Haymanot is a mobile application with huge Ethiopian Orthodox Tewahedo Church...

Mezgebe Tselot መዝገበ ጸሎት

Mezgebe Tselot መዝገበ ጸሎት

4.0

Mezgebe Tselot is the great Ethiopian Orthodox Tewahedo Church collection of prayer...

Metsihafe Seatat መጽሐፈ ሰዓታት

Metsihafe Seatat መጽሐፈ ሰዓታት

3.7

Se’atat, the HorologiumThere are two types of Horologium, for the day and...

Geez Amharic Dictionary የግእዝ መ

Geez Amharic Dictionary የግእዝ መ

2.4

The offline Geez and Amharic dictionary application explains the meaning of Geez...

Amharic Dictionary

Amharic Dictionary

3.7

ማሳሰቢያ: ይህ አፕሊኬሽን ከጫኑት በኋላ ሃምሳ ብር ያስከፍላል።The offline Amharic - Amharic...

Mezgebe Hiwot መዝገበ ሕይወት

Mezgebe Hiwot መዝገበ ሕይወት

4.0

መዝገበ ሕይወት ከ12 በላይ አፕሊኬሽኖችን በአንድ ላይ የያዘ ሲሆን ከ300 በላይ መጻሕፍትን...

author
Hin hojatuu Aplkeshinin plc siressa maloo
BIRQIYE YE TAWAHIDO LIJ BIRQIYE YE
author
Hin hojjetu yoo danda'me sirressaa
Shifera Adune
author
very good
Tsehay Teshome
author
Nice
Shaggar Tv
author
Baayyee Bareedaadha
Gemechis G
author
Malooooo 81 maaliif hin jiruu garuu Afaan oromootin Maloooo yoo dandeessan nu gargara hangaa yoomiti jechoootaa Faqqama{{Irraa dibbama duubbisnaaa uuuuuuuuuuuffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Akkamitan kafalaa...
ማርቲ ደረጄ