Back to Top
Utubaa Amantaa Lite Screenshot 0
Utubaa Amantaa Lite Screenshot 1
Utubaa Amantaa Lite Screenshot 2
Utubaa Amantaa Lite Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Utubaa Amantaa Lite

Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• Kitaaboota Kadhaa
• Kitaaboota Barnoota Amantaa
• Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• Faarfannaa garagaraa
• Gaaffilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun " itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa

Similar Apps

Mezgebe Haymanot Lite

Mezgebe Haymanot Lite

4.6

Mezgebe Haymanot መዝገበ ሃይማኖት is a mobile application with huge Ethiopian Orthodox...

Amharic Dictionary

Amharic Dictionary

3.3

ማሳሰቢያ: ይህ አፕሊኬሽን ከጫኑት በኋላ ሃምሳ ብር ያስከፍላል።The offline Amharic - Amharic...

Mezgebe Tselot መዝገበ ጸሎት

Mezgebe Tselot መዝገበ ጸሎት

4.0

Mezgebe Tselot is the great Ethiopian Orthodox Tewahedo Church collection of prayer...

Mezgebe Tselot Lite

Mezgebe Tselot Lite

0.0

Mezgebe Tselot is the great Ethiopian Orthodox Tewahedo Church collection of prayer...

Geez Amharic Bible Lite

Geez Amharic Bible Lite

0.0

The Geez Amharic Bible (Orthodox Bible 81), the fast simple and convenient...

Tigrigna Amharic Dictionary

Tigrigna Amharic Dictionary

0.0

The offline Tigrigna - Amharic dictionary application explains the meaning of Tigrigna...