About Herrega Zakaa
Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu.
Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.
Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan:
- Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf
- Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi
- Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.
Appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu
zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).
Herrega Zakaa details
Herrega Zakaa is a free Education app for Android with 100+ installs on Google Play. It was released on March 7, 2022 and last updated on March 8, 2022. It requires Android 8.0 or later.
- Category
- Education
- Installs
- 100+
- Price
- Free
- In-app purchases
- No
- Ads
- No ads
- Current version
- 1.0.0
- Size
- 39M
- Requires Android
- 8.0 and up
- Content rating
- PEGI 3
- Released
- March 7, 2022
- Last updated
- March 8, 2022
Alternatives to Herrega Zakaa
Looking for apps like Herrega Zakaa? Here is 1 similar Android app on Google Play.
Fiqh Of Islam
Fiqh Of Islam app is prepared in English, Oromo, Amharic, and Somali.The...
| App | Rating | Price | Installs |
|---|---|---|---|
| Herrega Zakaa | – | Free | 100+ |
| Fiqh Of Islam | – | Free | 50+ |