Back to Top
Oduu Durii Afaan Oromoo 2023 Screenshot 0
Oduu Durii Afaan Oromoo 2023 Screenshot 1
Oduu Durii Afaan Oromoo 2023 Screenshot 2
Oduu Durii Afaan Oromoo 2023 Screenshot 3
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Oduu Durii Afaan Oromoo 2023

Oduu Durii (also called Durdurii) is part of Afan Oromo Language oral literature which is equivalent to fables in English. It is type of story which has passed down from generation to generation and told to teach a lesson about different issues. They are usually short stories which illustrate or teach a moral lesson while entertaining at the same time.

The message of the stories can be easily understandable or subliminally hidden that one has to wonder around to find out. The stories told could be about animals that can talk and act like humans, or plants or forces of nature. The animals or plants could be able to move and also talk and the natural forces cause things to happen in the story because of their strength. The stories are quite often told by elders to young audience at the sun set or early evening when they make a fire and gather around home.

The stories can be categorized in different genre such as Adventure, Comedy, Fantasy, Historical; Horror, Mystery, Romance, and Thriller. One of the most popular Horror story was the story of Bulguu; Bulguu is a scary animal figure that share similar features with “Beowulf” or “Dracula”.

Hawaasni gara garaa aadaa fi duudhaan isaa osoo hin irraanfatamin fi hin dagatamin gara dhaloota dhalootatti akka darbu taasisuf tooftaalee gara garaan ijoollee isaa barsiisa. Tooftaalee kanneen keessaa kan sabooti adda addaa itti fayyadaman oduu durii dha. Oduu durii saba Oromoo kessatti waan bal’inaan bekkamudha.

Oduun duriin yaroo baay’ee kan himamu ijoolleedhafi. Ijoolleen jiruu fi jireenya kessatti wantoota isaan mudachuu malan ilaalchisee hubannaa akka argatan fi qarooma akka qabaata gochuu kessatti dur durii shoora guddaa taphata. Kana malees ijoolleen waa’ee aadaa, amantii fi seenaa hawaasa isaanii, akkasumas waa’ee bineensotii, mukkeen fi dimshaashumatt uumamaa fi qunnamtii uumamaa walin qabaachun isaanirraa eeggamu dur durii kessatti akka ilaalan fi akka baratan ni taasifamu.

Similar Apps

Swahili love SMS za Mapenzi

Swahili love SMS za Mapenzi

0.0

Pata sms moto za mapenzi za kiswahili. Ikiwa una mchumba ambaye ungependa...

Mammaaksa Afaan Oromoo - 2023

Mammaaksa Afaan Oromoo - 2023

0.0

App kana irratti mammaaksa afaan oromoo 1000 olii haala salphaa fi miidhaga...

Jechoota Hayyoota Oromoo 2023

Jechoota Hayyoota Oromoo 2023

0.0

App kana keessatti Jechoota Hayyoota Oromoo hedduu argachuu dandeessu. Jecha Hayyoota wareegaman...

Jechoota Hayyootaa 2023

Jechoota Hayyootaa 2023

0.0

These famous life sayings and quotes about life will inspire positivity and...

Swahili Proverbs 2023

Swahili Proverbs 2023

0.0

Explore the rich cultural heritage of Swahili wisdom with our comprehensive Swahili...

Ethiopian Proverbs - Ababaloch

Ethiopian Proverbs - Ababaloch

0.0

Dive into the rich tapestry of Ethiopian wisdom with our 'Ethiopian Proverbs...

author
Baayyee Bareedaadha jabaadhaa.
Beyene Roba