Back to Top
Galata Maariyaam Screenshot 0
Galata Maariyaam Screenshot 1
Free website generator for mobile apps; privacy policy, app-ads.txt support and more... AppPage.net

About Galata Maariyaam

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu isaaf ibseetu Barreeffame, kana boodas gara Afaan Gi’iziitti deebi’ee yeroo Hedduuf biyya keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, gara afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti gar afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.
Bara 1996 A.L.I tti ammo yeroo lammaffaaf Keessa deebi’amee sirraa’ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.

Hojiin jijjiirraa kitaaba kanaa Kanaan rawwata jechuu otoo hin ta’iin, yaada dubbistootarraa argamum fuldurattis keessa deebi’amee ni hojjetama. \n \n (Maxxansa bara 1996, 2004,fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)

Eebbi haadha keenyaa Dubroo
Maariyaam bara baraan nu Wajjin
haa ta’u. Ameen.

M/K/O/T/I/Q/Q/M/B/D/
Waldaa
Qulqullootaa.

Similar Apps

Holy Bible - Daily Bible Study

Holy Bible - Daily Bible Study

0.0

Bible study tool and offline reading Bible app

Doctoral dissertation in VR

Doctoral dissertation in VR

0.0

Virtual reality scenes from the experiments of my doctoral dissertation

Surah Nahl

Surah Nahl

0.0

Surah An-Nahl Explorer: Your Quranic Companion

رواية دنجوان الصعيد

رواية دنجوان الصعيد

0.0

The novel Dungwan of Upper Egypt, written by Sarah Ahmed

Matematika 3 Merdeka Vol 1

Matematika 3 Merdeka Vol 1

0.0

The Latest Class 3 Math Books of Merdeka Curriculum Vol 1 Can Be Read Offline

شاگرد کو استاد کی چند نصیحتیں

شاگرد کو استاد کی چند نصیحتیں

0.0

shagird ko ustad ki chand nasihatain

Frequently Asked Questions(FAQ)

Galata Maariyaam Dubroo keessa jiranis ta’u?

Galata Maariyaam Dubroo keessa jira.
author
Appin kuni bayee nama fayyaada afaan keenyaan Kadhana Kan hin bufaane bufaadha Galatomaa
Sena Oromia
author
Baay'ee bareedaa dhaa.
hailu abebe